Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 5:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus hennaa gumii hedduu arge, gaara irra ol bayee taa'e. Darasoonnillee gara isaa dhufan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Yesus ummata isa horddofu baayi'ee yeroo argetti, gara gaaraa bayee ni taa'e, barattoonni isaa'llee gara isaa ni dhiyaatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus hennaa gumii hedduu arge gaara irra ol bayee taa'e; darasoonni gara isaa dhufan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 5:1
16 Referans Kwoze  

Yesuus gara gaaraa bayee worra barbaade gara ufii waame. Isaanillee gara isaa dhaqan.


Yesuus galaana Galiila'aa bira lufee, gaararra bayee achi taa'e.


Yesuus ammallee galaana Galiila'aa biratti barsiisuu jalqabe. Namoonni hedduu isa biratti waan wolitti qabamaniif inni yabala gubbaa bayee galaana irra ta'e. Baniin maruu qarqara galaanaa lafa irra turan.


Achiin maayessa gara manaa hennaa dhufan, baniin hedduu waan wolitti qabamaniiraniif, Inninii fi darasoonni isaa hurbaata nyaachuu dadhaban.


Achiin maayessa gumiin hedduun Galiila'aa, qachaa qachoota kudhanii jedhamuu keessaa, Yeruusaalemii, Yihuuda'aa fi Yoordaanosiin gamaallee baniin hedduu isa faanaa deeman.


Gumiin hedduun isa biratti wolgayan; Yesuus yabala keessa seenee barsiisu'uuf taa'e; gumiin hedduu qarqara bisaanii dhaabataniiran.


Achiin maayessa inni akkana jedhee isaan barsiise.


Innillee torbaanuma san keessa kadhachu'uuf gara gaaraa ol bayee, Halkan guutuu Rabbiin kadhata'aa bule.


Isaan woliin bu'ee bakka raasaa wotaraa dhaabate. Worra gosa darasoota isaa keessaallee banii heddutu ture. Akkasuma isa dhagayu'uuf dhibee isaanii irraa fayyu'uuf jedhanii biyya Yihuudaa maraa, Yeruusaaleemii, Xiroosii, Siidoonaa daangaa galaanaatii worri dhufe namoota heddutu ture.


Innillee gara darasoota ufii laalee, akkana isaaniin jedhe, «Jeennanni sami'ii teessan waan taateef, Isin hiyyeeyyiin worra eebbiffame!


Yesuus haga dubbii kana dubbateen maayessa guyyaa saddeetii tureet Pheexroosiin, Yohaannisiif, Yaaqoobiin qabatee faateeffachu'uuf gara gaaraa baye.


Sababa kanaaf Yesuus, akka isaan hunnaan isa qabanii, mootii isa godhachu'uuf itti dhufa'aaran beekeeti hojja ufii gara gaaraa ol baye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite