Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:9 - WAADAA LAMMATAA

9 «Yoo kuftee naa sagadde, kana maraa sii kenna» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 «Kufttee yoo anaaf sagadde kana maraa siif ni kenna» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 «Yoo kuftee naa sagadde, kana maraa sii kenna» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:9
21 Referans Kwoze  

Isaaniifillee ka fakkeenna Rabbii ta'e, ifni ulfinna Oduu Nagayaa ka Kiristoosii akka isaanii hin ifine, waaqa adunyaa tanaa ka ta'e seexannii qalbii worra hin amannee jaamse.


Anillee isaa sagadu'uuf luka isaa jalatti kufe, innillee, «Akka akkas hin goone uf eegi! Anillee obboleeyyan kee kaawwan woliin akkuma worra ragaa Yesuusii qabanii garbicha, ragaan Yesuusii Ayyaana raaga'aa waan ta'eef, Rabbii sagadi» naan jedhe.


Waan murti'iitiif ammo bulchaa adunyaa tanaatitti duraanuu murteefameera.


Uf jaju'uun bokokee, murtii daabiloosiin irratti murteeffametti akka hin kufne, Kiristaana haarawa hin ta'in.


Uffataaf gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa, Gooftootaa» jedhu qaba.


Ammaa achi isin woliin waan heddu hin qaaqu, bulchaan adunyaa tanaa waan dhufuuf, inni na irraa waan tokko hin qabu.


Yesuus Aabbaan maraa harka isaatitti dabarsee akka kenne Rabbiin biraallee akkuma baye, gara Rabbiillee akka deemu beekee,


Murtiin adunyaa tanaa amma gayeera, amma bulchaan adunyaa tanaa gara alaa gatama.


«Yoo ani isa dabarsee isinii kenne, isin maal naa kennitan?» isaaniin jedhe; isaan birrii soddoma jedhaniin.


Hennaa san Yesuus, «Ati seexana, narraa fagaadhu! kitaaba Woyyuu keessatti, ‹Waaqa Gooftaa keetii sagadi, isuma callaa kaddaami› jedhamee barreeffameera» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite