Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Ammallee daabiloos gara gaara dheeraa tokko gubba'atti ol isa baasee, Mootoolee biyya lafaatii fi ulfinna isaanillee itti mudhiseeti,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Deebi'ee'llee sheexanni Yesusiin gara gaara haalaan ol fagaatuu irra baaseenii, mootummoota biyya lafaa maraa ulfinna isaanii woliin itti muldhiseeti,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Ammallee daabiloos gaara dheeraa tokko gubba'atti ol isa baasee, Mootolee biyya lafaatii fi ulfinna isaaniillee itti mudhisee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:8
13 Referans Kwoze  

Namni bu'aa adunyaa tanaa maraa yoo argate, lubbuu ufii ammoo yoo balleeffate maal isaa godha? yookiin namni gatii lubbuu ufiitiif maal kenna?


Maleekkaan torbaffa'aa xurumbaa afuufe. Sami'itti, «Mootummaan adunya'aallee ta Gooftaa keennaa Kiristoosiiti. Inni baraa haga bara baraa mooya» laagaan guddaan jedhu dhagayame.


Kanaaf Kitaabni Woyyuun «Worri foon uffatan maruu akka margaati, ulfinni isaa maruu akka daraaraa raasa'aati, margi hin goga; daraaraaniillee hin harca'a.


Achiin maayessa daabiloos Yesuusiin gara qachaa woyyitti'ii fidee, Ginnoo mana woyyuu gubbaa irra akka dhaabatu godhe.


Aabba Ilma waan jaalatuuf, waan godhu maraa itti mudhisa, akka isin maalalfattaniif hujii kana caalu isatti mudhisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite