Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Yesuusillee deebisee, Barreeffamni Woyyuun, «Waaqa Gooftaa kee hin qorin jedhamee barreeffameera» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Yesus'llee deebisee, « ‹Gooftaa Waaqa kee hin qormmaatniin!› jedhamee barreeffamee jira» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Yesuusillee deebisee, «Barreeffamni Woyyuun, ‹Waaqa Gooftaa kee hin qorin› jedhamee barreeffameera» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:7
21 Referans Kwoze  

Akkuma isaan keessaa gari gariin Gooftaa qoranii bofaan dhuman, nullee akka Gooftaa hin qorre.


Pheexroosillee, «Ayyaana Goofta'aa sobu'uuf maaf wolii galtan? worri abbaa manaa kee awwaale kunoo balbala jiran; sillee baatanii baasan» isi'iin jedhe.


Innillee deebisee «Namni dubbii afaan Rabbiitii bayuun jiraata malee, xoroshoo calla'aan hin jiraatu» jedhamee barreeffameera jedheen.


Hennaa san Yesuus, «Ati seexana, narraa fagaadhu! kitaaba Woyyuu keessatti, ‹Waaqa Gooftaa keetii sagadi, isuma callaa kaddaami› jedhamee barreeffameera» jedheen.


Yesuus, «Isin barreeffama Woyyuu keessatti, ‹Dhagaan worri mana ijaaru tuffate, inni dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e; kun Goofta'an ta'e, Ija keennaafillee waan baasaa ti!› Ka jedhu horomaa hin dubbifnee?


Kanaaf Yesuusiin, «Ati waan ijoolleen tun jettu hin dhageettuu?» jedhaniin. Yesuus, «Ee hin dhagaya; isin sirimaa, ‹Afaan ijoolle'eetii fi daa'imman harma hootu irraa galata ufiif qopheeffatte› ka jedhu hin dubbifnee?» isaaniin jedhe.


Yesuusillee deebisee, « ‹Waaqa Gooftaa kee hin qorin› jedhamee barreeffameera» jedheen.


Eeganaa waan nu'u fi abbootiin teenna baadhatuu hin dandeenne qambaraa gurmuu darasootaa irratti fe'u'uun amma maaf haga Rabbii laaltan?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite