Wongeela Maatewos 4:6 - WAADAA LAMMATAA6 Barreeffamin Woyyuun, lutti Kee dhaga'aan akka hin gufanne, akka isaan harka ufiitiin si qaban, maleekkota ufii sii erga «Ati Ilma Rabbii yoo taate as irraa gad uf dhiisi» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 «Miilli kee dhaga'aan akka hin gufanneef, ‹harka isaaniitiin akka si irkisan, maleyikkoota isaa siif ni ajaja› jedhamee barreeffamee jiraatii, Ilma Waaqaa yoo taate, asii irraa gara gadii mataa kee darbbi!» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Barreeffamni Woyyuun, ‹lutti tee dhaga'aan akka hin gufanne, akka isaan harka ufiitiin si qaban, maleekkota ufii sii ajaja› «Ati yoo Ilma Rabbii taate as irraa gad uf dhiisi» jedheen. Gade chapit la |