Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Achiin maayessa daabiloos Yesuusiin gara qachaa woyyitti'ii fidee, Ginnoo mana woyyuu gubbaa irra akka dhaabatu godhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Kanaan duubatti'llee sheexanni Yesusiin gara Magaalaa Qulqullittii, gara Yerusaalemii fidee, baaxii Mana Waaqeffanna'aa irra ni dhabachiiseen,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Achiin maayessa daabiloos Yesuusiin gara qachaa woyyitti'ii fidee ginnoo mana woyyuu gubbaa irra akka dhaabatu godhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:5
11 Referans Kwoze  

Akkasuma gara Yerusaalemii fideenii fiixxee ginnoo mana woyyu'uu irra ol isa baasee, «Ati yoo Ilma Rabbii taate, asii gad uf darbi» jedheen. ‹Rabbi akka si eeganiif maleekkota ufii sii ajaja. Akka lutti tee horoma dhaga'aan hin gufanne harka ufiitiin ol si qaban› jedhamee waan barreeffameeruuf, ati Ilma Rabbii yoo taate, asi irraa gadi uf darbi» jedheen.


Ka mana woyyu'uutiin ala jiru hin bikkin; worra Yihuudota hin taanee kennameeraa dhiisi; isaanillee ji'a afurtamii lamaaf qachaa woyyittii irra ejjatan.


Du'aa ka'insaan maayessa awwaallan keessaa bayanii, heddu isaanii gara qachaa woyyiti'ii galanii, namoota heddutti mudhatan.


Yesuusillee deebisee, «Olii uduu sii kennamuu dhabaatee, silaa ana irratti baallii hin qabdu. Kanaafuu ka dabarsee sitti na kenneef cubbuun isaa ka caalu ta'a» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite