Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Innillee deebisee «Namni dubbii afaan Rabbiitii bayuun jiraata malee, xoroshoo calla'aan hin jiraatu» jedhamee barreeffameera jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yesus garuu, «Naminni ka jiraatu dubbii afaan Waaqaatii bayu maraan malee, buddeena qofaanii miti jedhamee barreeffamee jira» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Inni deebisee «Namni dubbii afaan Rabbiitii bayu maraan jiraata malee xoroshoo calla'aan hin jiraatu jedhamee barreeffameera» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:4
26 Referans Kwoze  

Yesuus, « ‹Namni dubbii Rabbiitiin jiraata malee, xoroshoo calla'aan hin jiraatu› jedhamee barreeffameera» jedhee deebiseef.


Ka Jireenna namaa kennu Ayyaana Rabbiiti. Foon womaa hin fayyadu, dubbiin ani isinitti hime Ayyaana, jireennallee.


Jabaachu'uuf abdiin jajjabeennaa ka Kitaabni kenneen wonti dura barreeffame maruu barumsa keennaaf waan nuuf barraayeeruuf.


Fayyinna akka gulloo sibiilaatitti mata'atti godhaa'a; guraadee Ayyaanaa qabadhaa'a; innillee dubbii Rabbiiti.


Yesuus deebisee, «Waaqa Gooftaa keetiif sagadi, Isuma callaa kaddaami! jedhamee barreeffameera» jedheen.


Hennaa san Yesuus, «Ati seexana, narraa fagaadhu! kitaaba Woyyuu keessatti, ‹Waaqa Gooftaa keetii sagadi, isuma callaa kaddaami› jedhamee barreeffameera» jedheen.


Yesuusillee deebisee, Barreeffamni Woyyuun, «Waaqa Gooftaa kee hin qorin jedhamee barreeffameera» jedheen.


Yesuusillee deebisee, « ‹Waaqa Gooftaa kee hin qorin› jedhamee barreeffameera» jedheen.


Wonti nama batteessu waan afaan namaa keessaa bayu malee, waan gara afaan namaa seenuu miti» isaaniin jedhe.


Yesuus itti aansee akkana jedhe: «Waan garaa namaa keessaa bayutu nama batteessa.


Haata'uu ammoo ka ani Aabbaa biraa isinii ergu jajjabeessaan, innillee ka Abbaa biraa dhufu Ayyaanni dhuga'aa hennaa dhufe, inni waan kiyya ragaa baya.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite