Wongeela Maatewos 4:25 - WAADAA LAMMATAA25 Achiin maayessa gumiin hedduun Galiila'aa, qachaa qachoota kudhanii jedhamuu keessaa, Yeruusaalemii, Yihuuda'aa fi Yoordaanosiin gamaallee baniin hedduu isa faanaa deeman. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Arddii Galiila'aatii fi magaalaawwan kurnan irraayyuu, Yerusaalemii fi Yihudaa, laga Yoordaanosiitiin gamaa'llee namoonni dhufan baayi'een, Yesusiin ni horddofaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Achiin maayessa gumiin hedduu Galiila'aa, qachaa qachoota kudhanii jedhamu keessaa, Yerusaalemii, Yihuuda'aa fi Yoordaanosiin gamaallee baniin hedduu isa faanaa deeman. Gade chapit la |