Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Isaannillee yoosuu yabalaa fi abbaa ufiillee dhiisanii isa faanaa deeman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Isaan'llee bakkumatti hoboloo isaaniitii fi abbaa isaanii'llee, dhiisanii ni horddofaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Isaanillee yoosuu yabalaa fi abbaa ufiillee dhiisanii isa faanaa deeman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:22
10 Referans Kwoze  

Namni na caalaa abbaa ufii yookiin haadha ufii jaalatu naaf hin malu. Ilma ufii yookiin intala ufii ka na caalaa jaalatu naaf hin malu.


Eennullee ka gara kiyya dhufuu fedhu yoo jiraate, abbaa fi haadha ufii, haadha manaa, ijoollee, Ilmaan haadhaa, Intallan haadhaatii fi jiruu ufiillee uduu hin hafne yoo hin jibbine, darasaa kiyya ta'uu hin danda'u.


Yoma san isaan waame. Isaanillee abbaa isaanii Zabdiyoosiin, hojjattoota woliin yabala irratti dhiisanii isa faanaa deeman.


Kanaafuu ammaa achi eennuttillee fuula laala'aa hin murteessinu; Akki Kiristoosiin itti laalle ija laalcha fooniitiinillee yoo ta'e, ammaa achi haala kanaan hin laallu.


Akkasuma, eennullee isin keessaa qabeenna ufii maraa ka hin dhiifne darasaa kiyya ta'uu hin danda'u» jedhe.


Inni akkuma achii deemeen, obboleeyyan lamaan Yaaqoobii fi Yohaannisiin, ilmaan Zabdewoosii arge. Isaan yabala ufii keessatti abbaa ufii Zabdewoosiin woliin Siiboo uduu midhaaffatan argee, isaan waame;


Yesuusillee manniin sagada Yihuudotaa keessatti barsiisa'aa, Oduu Nagayaa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa maraa irraa banii fayyisa'aa Galiilaa maraa keessa deddeeme.


Isaan yaballan harkisanii qarqaratti baasanii, waan mara dhiisanii Yesuusiin faana deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite