Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Inni akkuma achii deemeen, obboleeyyan lamaan Yaaqoobii fi Yohaannisiin, ilmaan Zabdewoosii arge. Isaan yabala ufii keessatti abbaa ufii Zabdewoosiin woliin Siiboo uduu midhaaffatan argee, isaan waame;

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Achi bira'llee dabrree, ijoollee Zebdiwoosii ka ta'an kuunniin obboleeyyan lamaan, Yaaqoobii fi Yohaannisiin ni arge. Isaan'llee abbaa isaanii Zebdiwoosiin woliin hoboloo irra ta'anii, tabbaarrii isaanii suppha'aa uduma jiran, isaan ni waame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Inni akkuma achii deemeen, obboleeyyan lamaan Yaaqoobii fi Yohaannisiin ilmaan Zabdewoosii arge. Isaan uduu yabala ufii keessatti abbaa ufii Zabdewoosiin woliin Siiboo midhaaffatan argee isaan waame;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:21
12 Referans Kwoze  

Ilmaan Zebdiwoosiillee Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannisiin, «Bo'anergees» jedhee moggaase; akkas jechuun, «Ilmaan gigissa'aa» jechu'u.


Maqaan ergamtoota kudha lamaan kanniinii ka duraa, Simoonii «Pheexroos» jedhamu fi obboleessa isaa Indiriyaas; ilmaan Zabdiwoosii, Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannis;


Obboleessa Yohaannisii Yaaqoobiin guraade'een ajjeese.


Simoon Pheexroosiif ka Didimoos jedhamu Toomaas nama Qaanaa Galiilaa Naatinaa'elii fi ijoolleen Zabdiyoosi darasoota keessaallee ka biraa namoonni lamaa isaan woliin turan.


Yesuus: Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisii achi, eennullee akka isa faanaa deemu hin barbaanne.


Pheexroosii fi ilmaan Zabdewoosii lamaanuu fudhatee, yaadda'uu fi gadduu jalqabe.


Guyyaa jahaan maayessa, Yesuus Pheexroosiin, Yaaqoobii fi obboleessa Yaaqoobii Yohaannisiin hojja isaanii qabatee, gara gaara dheera'aatitti ol isaan baase.


Yomasan siiboo ufii dhiisanii isa faana deeman.


Isaannillee yoosuu yabalaa fi abbaa ufiillee dhiisanii isa faanaa deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite