Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Yesuus isaaniin, «Na faana koottaa'a! Ani worra namoota qabdan isin taasisaa» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Yesus'llee, «Kootaa ana horddofaa, akkuma qurxummii qabdanitti, namoota'llee akka wolitti naa qabddan isin ni taasisa» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Yesuus isaaniin, «Na faana koottaa'a! Ani worra namoota qabdan isin taasisaa» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:19
17 Referans Kwoze  

Ka naa hojjatu yoo jiraate, na faanaa haa deemuu; hulee ani jirullee hin jiraata. Ka naa hojjatu yoo jiraate Aabba hin kabajjaan.»


Achiin maayessa Yesuus darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Na faanaa deemuu ka fedhu yoo jiraate uf haa waakkatuu, fannoo ufii baatee na faanaa haa deemuu»


Nama biraatiinillee, «Na faana koottu» jedhe. Namni sun ammoo, «Gooftaa'a, duraan dursee abbaa kiyya akka awwaalu na hoffolchi» jedhe.


Yesuus, «Haga ani dhufuuf akka jiraatu yoo jaaladhe hoo maaltu si dhibe? Ati na faana koottu» jedheen.


Indiriyaasillee Simooniin gara Yesuusii fide. Yesuus isa laalee, «Ati Simoonii ilma Yohaannisiiti; ammaa achi, ‹Keefaa› jedhamtee waamamta» jedheen; «Keefaa» jechuun afaan Giriikiitiin, «Pheexroos» jechu'u; Pheexroos jechuun, «Dhagaa qarsa'aa» jechu'u.


Achiin maayessa, Yesuus achii deemee, namicha qaraxa guuru ka Leewwii jedhamu tokko, bakka qaraxa itti guuru uduu inni taa'eeru argee, «Na faana koottu» jedheen.


Inni uduu karaa san lufa'aaru, Leewwiin ilmi Alfiyoosii hulee qaraxa itti qaraxu ka taa'eeru argee, «Na faana koottu» jedheen. Innillee ka'ee isa faanaa deeme.


Yesuus deebisee, guutuu ta'uu yoo feete, deemii, waan qabdu maraa gurgurii birrii hiyeeyyi'ii kenni; samii irratti durummaa argattaa; achiin maayessa koottuu, na faana deemi» jedheen.


Yesuus achii ka'ee uduu karaa san irra lufa'aaru, namicha Maatewoos jedhamu, ka bakka qaraxaa taa'ee qaraxu tokko argee, «Na faana koottu» jedheen. Innillee ol ka'ee isa faanaa deeme.


Yesuus ammoo, «Ati na faana koottu! Du'aan du'aa ufii haa awwaalatuu» jedheen.


Haata'uu ammoo ani isinitti hin ulfaadhu. Malaa fi sobaan waan harkatti isin galfadhe seetanii?


Qarqara galaana Galiila'aatiin uduu lufa'aaru obboleeyyan lamaan, Simoonii ka Pheexroos jedhamee fi Indiriyaas obboleessi Simoonii hennaa isaan siiboo gara galaanaa darban arge; Isaan worra qurxummii qaban.


Yomasan siiboo ufii dhiisanii isa faana deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite