Wongeela Maatewos 4:18 - WAADAA LAMMATAA18 Qarqara galaana Galiila'aatiin uduu lufa'aaru obboleeyyan lamaan, Simoonii ka Pheexroos jedhamee fi Indiriyaas obboleessi Simoonii hennaa isaan siiboo gara galaanaa darban arge; Isaan worra qurxummii qaban. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Yesus garba ciisaa Galiila'aa biraan yeroo dabrru qurxummii qabddoota ka turan obboleeyyan lamaan, isaan'llee Phexiros ka jedhame Simoonii fi obboleessi isaa Indriyaas, tabbaarrii isaanii gara garba ciisa'aa titti yoo darbbatan ni arge. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Yesuus uduu qarqara galaana Galiila'aatiin lufa'aaru obboleeyyan lamaan Simoonii Pheexroos jedhamee fi Indiriyaas, obboleessi Simoonii hennaa isaan siiboo gara galaanaa darban arge; Isaan worra qurxummii qabu turan. Gade chapit la |