Wongeela Maatewos 4:15 - WAADAA LAMMATAA15 «Lafa Zaabilooniitii fi lafa Niftaalemii, karaa galaana Yordaanoosiitiin gama, Galiilaa lafa worra Yihuudota hin taaneetitti! Gade chapit laWaadaa Haarawa15 «Karaa gara garba ciisa'aa fiduu fi laga Yoordaanosiitiin gamatti ka argaman arddiin Zaabiloonii fi arddiin Niftaalemii, ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne ka Galiila'aa'llee, Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 «Lafa Zaabilooniitii fi lafa Niftaalemii, karaa galaana Yoordaanosiitiin gama; Galiilaa lafa worra Yihuudota hin taaneetitti! Gade chapit la |