Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Qachaa Naazireetii gadhiisee Zaabiloonii fi Niftaaleemiin keessaa gara biyya galaana biraa gara Qifirnaahoomii dhaqee achi taa'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Magaalaa Naazireetii'llee dhiisee, konyaa Zaabiloonii fi Niftaalemiitiin, garba ciisaa Galiila'aa biratti gara ka argamittuu gara magaalaa Qifirnaahoomii dhufee, ni jiraate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Qachaa Naazireetii gad dhiisee Zaabiloonii fi Niftaalemiin keessaa gara biyya galaana biraa gara Qifirnaahoomii dhaqee achi taa'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:13
17 Referans Kwoze  

Yesuus deebi'ee, gara Qaanaa Galiila'aa hulee bisaan gara daadhii woyinii itti jijjiiree san dhaqe. Qifirinaahomittillee bulchaa mana mooti'ii keessaa, ka mucaan isaa jalaa dhibame tokkotu jira.


Gara qachaa Qifirnaahomii dhaqanii, guyyaan Sambataa hennaa gaye, Yesuus gara mana sagada Yihuudotaa seenee barsiise.


Atillee Qifirnaahoom, haga sami'ii ol uf qabuu feetee? gara asaabaa hin buuta. Maalaleen si keessatti godhame uduu Soodomitti godhamee jiraatee, isiin silaa haga adhaa hin jiraatti.


Waan kana mana sagada Yihuudotaa Qifirinaahoomitti uduu barsiisu jedhe.


Baniinillee Yesuus yookiin darasoonni achi akka hin jirre haga argan, ufumaa yabala keessa seenanii Yesuusiin soqa'aa gara Qifirinaahoomii dhaqan.


Lafti dukkanaaye. Yesuusillee haga hennaa sanii gara isaanii hin dhufne.


Kanaan maayii, Yesuus haadha ufii, Ilmaan haadhaatii fi darasoota ufii woliin gara Qifirinaahomii gad bu'anii; guyyaa hago'oof achi taa'an.


Yesuusii fi darasoonni isaa hennaa Qifirnaahoomiin gayan, worri gibira mana woyyu'uu guuran gara Pheexroosii dhufanii, «Barsiisaan keessan gibira mana woyyu'uu hin kaffaluu?» jedhaniin.


Yesuusillee, «Akka isin ati abbaan qorichaa uf fayyisi, Qifiranaahomittillee waa hojjachuu kee akkuma dhageenne san asi biyya kee keessattillee hojjadhu jettanii akka natti mammaattan ani shakkii hin qabu» isaaniin jedhe.


Wonti Isaayyaas raattichi raage,


«Lafa Zaabilooniitii fi lafa Niftaalemii, karaa galaana Yordaanoosiitiin gama, Galiilaa lafa worra Yihuudota hin taaneetitti!


Yesuus yabala yaabbatee galaana ceeyee gara qachaa ufii dhufe.


Guyyaa haggo'oon maayii Yesuus gara Qifirnaahoomii dhufee akka mana jiru dhagayame.


Atillee Qifirnaahoom haga sami'ii ol uf fuudhuu feetaa? gara asaabaa buuta.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite