Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 4:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Achiin maayessa akka Yesuus daabiloosiin ataabamu, Ayyaanni Woyyuun gara gammooji'ii isa fide.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti, Yesus sheexanaan akka qormmaatamuuf Hafuurri Waaqaa gara lafa gammoojji'ii ni fudhateen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Achiin maayessa akka Yesuus daabiloosiin ataabamu, Ayyaanni Woyyuun gara gammooji'ii isa fide.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 4:1
18 Referans Kwoze  

Inninuu qoramee waan rakkinna argeef worra qoraman gargaaruu hin danda'a.


Worri Ayyaana Rabbiitiin masakkaman maruu, isaan ijoollee Rabbii ti.


Ammaa achi isin woliin waan heddu hin qaaqu, bulchaan adunyaa tanaa waan dhufuuf, inni na irraa waan tokko hin qabu.


Bisaan keessaa haga bayaniin maayessa Ayyaanni Goofta'aa Filiphoosiin hin fudhateen. Namichi qaama hormaataa hin qabne deebi'ee isa hin argine; gammada'aa karaa ufii deeme.


Haata'uu ammoo namni hawwii ufiitiin yoo harkifameef sobame hin ataabama.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite