Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 3:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Abbaan keenna Abrahaam jechuun waan isin baasu hin seeyinaa'a. Rabbi dhakaa kanniin fuudhee, Abrahaamiif ilmaan akka ta'an godhuu akka danda'u ani isinitti hima.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 ‹Nu'u ijoollee Abrahaamiiti› jechu'uun, waan jalaa baatan isinitti hin fakkaatin, Waaqinni dhagaayyii kanniin keessaa Abrahaamiif ijoollee kaasu'uufii ni danda'a, isiniin jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Abbaan keenna Abrahaam jechuun waan isin baasu hin seeyinaa'a. Rabbi dhagaa kanniin fuudhee, Abrahaamiif ilmaan akka ta'an godhuu akka danda'u ani isinitti hima.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 3:9
22 Referans Kwoze  

Kanaafuu cubbuu irraa deebi'aa'a, waan mishaa hojjadhaa'a, Eegasuu abbaan keenna Abirahaam hin jedhinaa'a, Rabbii dhagaa kanniin keessaa Abirahaamiif ijoollee taasisuu waan danda'uuf.


Isaanillee deebisanii, «Nu fiixaa Abrahaamii ti; garuu nu hennaa kamiinillee garbicha hin taane, Ati, ‹Bilisa baatan› attamitti nuun jetta?» jedhaniin.


Eegasuu Abrahaamiin fooniin abbaa keenna ta'e maal argate jenna?


«Isin obboleeyyan teenna, fiixaa ijoollee Abrahaamiitii fi isin keessaa worra Rabbiin sodaatan, dubbiin fayyiinsaa kun isinii ergame.


Innillee laagaa isaa ol qabatee iyyee, ‹Abbaa kiyya Abirahaam naa araarami! Ani amma ibidda kana keessatti gubadhee waan rakkata'aaruuf, akka Ali'aazaar qubaan bisaan tuqee arraba kiyya naa qabbaneessuuf yaboo naa ergi› jedheen.


Sirimaa ati abbaa keenna ka du'e Abrahaamiin caaltaa? Raattoonillee du'aniiran. Eennuun ta'u'uuf taata ree?» jedhaniin.


Yesuusillee yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan akkanaa kana garaa keessan keessatti yaaddanii?


Wonti garaa namaa keessaa bawu: Yaada hamaa, seebaruu, hanna, ajjeesuu,


Rabbi worra maqaa isaatiif ta'u worra Yihuudii hin taane keessaa fooyatu'uun dura attamitti akka isaan laale Simoon dubbateera.


Innillee deebisee, «Ani isinitti hima, yoma kunniinillee cadhise, dhakaan hin iyya» isaaniin jedhe.


Fariisichi isa hurbaataa nyaachisu'uuf waamellee argeet namichi kun uduu raaga ta'ee ta luka isaa qaqqabdu tun maal akka taate attamitti akka turtellee hin beeka ture. Isiin cubbamtu'u jedhee garaa ufiititti yaade.


Inni ‹Midhaan kiyya bakka itti galfadhu dhabeeraa maal godhuu?› jedhee garaa ufii keessatti yaade.


Akka isin fiixaa Abrahaamii taatanillee ani hin beeka. Haata'uu ammoo jechi kiyya isin keessa waan hin jirreef na ajjeesuu barbaaddan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite