Wongeela Maatewos 3:5 - WAADAA LAMMATAA5 Hennaa san Yeruusaaleemii, Yihuuda'aa fi biyya cinaa laga Yoordaanosii maraa irraa baniin gara isaa dhufan. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Yeroo sanitti'llee Yerusaalemii fi arddii Yihuda'aa mara irraa, naannoo Yordaanosii mara irraa'llee, namoonni gara Yohaannisii ni dhufan ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Hennaa san Yerusaalemii, Yihuuda'aa fi biyya cinaa laga Yoordaanosii maraa irraa baniin gara isaa dhufan. Gade chapit la |
Yohaannis biyya naannoo Yoordaanosii keessa deemee, «Cubbuu keessan irraa deebi'aatii cuuphamaa'a; Rabbillee cubbuu keessan isinii araarama» jedhee lallabe. Kitaaba Raatticha Isaayyaasii keessatti, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a; karaallee qajeelchaa'a! jedha'aa laagaan nama biyya gammoojjii keessatti iyyuu, Qileen maruu haa guuttamuu, gaarrinii fi gooddi maruu gadi haa jedhuu, karaan daddabaanillee qajeelaa haa ta'uu, namni foon uffate maruu fayyisuu Rabbii haa arguu;› » jedhamee akkuma barreeffame cuuphaa dhiifamsa cubbu'uu lallaba'aa gara biyya naannaya Sooriya'aa maraa dhaqe.