Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 3:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Raatticha Isaayyaasiin, «Namni tokko lafa gammoojjii keessaa iyya'aa, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a›; daandii inni irra deemu qajeelchaa'a!» Hennaa jedhu inni waan Yohaannisii dubbate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 « ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa, xurree'llee qajeelchaa!› Jedha'aa qooniqqa nama gammoojji'itti iyyuuti» jedhee nabiyyichi Isaayaas ka dubbate, waayee Yohaannisiiti ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Ka raatticha Isaayyaasiin, akkana jedhamee dubbatameef isa; «Namni tokko lafa gammoojji'ii keessaa iyya'aa, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a›; daandii inni irra deemu qajeelchaa'a!» Hennaa jedhu inni waan Yohaannisii dubbate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 3:3
8 Referans Kwoze  

Yohaannisillee deebisee, «Akka raattichi Isaayyaas jedhetti, ‹Karaa Goofta'aa qajeelchaa'a› jedhee, lafa udume'ee keessatti laagaan nama iyyuu sun na'a» jedhe.


Akkasuma ati daa'ima nana raagaa Rabbii Ol Aana'aa hin jedhamta, Karaa isaallee haxaayu'uuf Gooftaa afoo deemta.


Inni hafuura Eliyaasiitii fi hunnaan afoo isaa hin deema; Inni yaada abbooti'ii gara ijoolle'ee, worra hin ajajamnellee gara ogummaa qajeellotaa hin deebisa; banii dammassee Goofta'aaf akka qophaayan taasisa.»


Lafa udume'ee keessatti, ‹Karaa Goofta'aallee qopheessaa'a. Daandii inni irra deemullee qajeelchaa jedha'aa laagaa namicha iyyu tokkoo› » jedhamee akkuma barreeffame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite