Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 3:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, Yoosuu samiin banamee Ayyaanni Rabbii akka handari'ii hennaa isa irratti bu'u arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Yesus cuuphamee bakkumatti akkuma bishaan keessaa bayeen samiin ni baname, Hafuurri Waaqaa'llee fakkeenna handari'iitiin bu'ee Yesusiin irra yoo taa'u ni arge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Yesuus akkuma cuuphamee bisaan keessaa bayeen yoosuu samiin banamee Ayyaanni Rabbii akka handari'ii hennaa isa irratti bu'u arge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 3:16
14 Referans Kwoze  

Akkuma Inni bisaan keessaa bayeen samiin banamtee, Ayyaanni handarii fakkaatee yoo irratti bu'u arge.


Samiin banamtee Ilmi Namaa mirga Rabbii ka dhaabateeru arga'aara jedhe.


Namni Rabbi erge dubbii Rabbii dubbata; Rabbi Ayyaana ufii bikkee waan hin kennineef


Yesuusillee deebisee, «Hennaa ati muka Hurbu'uu jala jirtu si arge waan siin jedheef amantee? waan kana caalu argita jedheen.


Bisaanii fi dhiigaan ka dhufe Yesuus Kiristoos. Inni bisaaniif dhiigaan dhufe malee bisaan calla'aanii miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite