Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 3:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Yesuus ammoo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Yesus garuu, «Hujii qulqullaayomaa mara karaa kanaan raawwachuun waan nurraa maluuf, amma dhiis, akkuma kana haa taa'u» jechu'uun ni deebiseef. Yohaannis'llee dhimmichatti wolii galee Yesusiin ni cuupheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Yesuus ammo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 3:15
13 Referans Kwoze  

Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Nyaanni kiyya, fedha ka na ergee raawwachu'uu fi hojii isaa fixu'u.


Akkuma ani ajaja Abbaa kiyyaa eegee jaalala isaatiin jiraadhu, yoo ajaja kiyya eeddan, jaalala kiyyaan jiraattan.


Akkuma ani isinii godhe isinillee akkasuma akka gootaniif fakkeenna isinii kenneera.


Ka, «Isa keessa jiraadha» jedhu, akka inni jiraatutti haa jiraatuu.


Isaan lamaanuu ajaja Goofta'aatii fi seera maraanuu mudaa malee jiraachu'uun Rabbiin afo'otti qajeellota turan.


Ka na erge na woliin jira. Ani hennaa maraa waan isa gammachiisu waan hojjadhuuf, Aabbaan hojja kiyya na hin dhiisu» isaaniin jedhe.


Woyyu'uuf ka dhara hin qabne, ka mudaa hin qabne ka cubbamtoota irraa fooyamee fi ka samii irratti kabajjame hayyichi gadichi akkanaa kun nu barbaachisa.


Yohaannis ammoo, «Natu siin cuuphama malee, situ naan cuuphamaa?» jedhaa'a ufirraa isa dhoogga'aa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite