Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 3:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Inni Manshii harkaa qaba. Oyiddillee sirritti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammoo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba».

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Inni manshiin harka isaa ni jira. Isaan'llee ooddii haala misha'aan ni qulqulleessa. Qamadii'llee Gootaraa isaa titti ni galcha, ibbiqiin garuu ibidda hin badinneen ni guba.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Inni Mashii harkaa qaba. Ooyidiillee sirri'itti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba».

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 3:12
30 Referans Kwoze  

Haga hennaa haama'aatitti woliin haa guddatuu. Hennaa haamaan gaye, Ani worra haamuun, akka gubamuuf dura sinaana buqqisa'aa qixira qixira'aan hidhaa'a, qamadii ammoo gootaraa kiyyatti galchaa'a› jedhaan» jedhe.


Manshiinillee harka isaa keessa jira. Oyidiillee sirima hin qulqulleessa. Qamadii gaaguratti galcha. Buraa ammoo ibidda hin dhaamnetti gata» isaaniin jedhe.


Ilmi Namaa maleekkota ufii hin erga. Isaanillee worra cubbu'uuf sababa ta'aniif worra hammeeyyii ta'an maraa jeennata isaa keessaa wolitti qaban.


Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha.


Hennaa san qajeellonni jeennata Abbaa isaanii keessatti akka adu'uu ifan. Namni gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.


Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran, qilee ibiddaatitti isaan gatan.


Yohaannis deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha. Haata'uu ammoo ka ani miseensa kophee isaa hiikuun naaf hin malle ka na caalu hin dhufa. Inni ayyaana woyyu'uuf ibiddaan isin cuupha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite