Wongeela Maatewos 3:11 - WAADAA LAMMATAA11 Akka isin cubbuu irraa deebitan mudhisu'uuf ani bisaaniin isin cuupha, ka na maayessa dhufa'aaru ammoo Ayyaana Woyyu'uu fi ibiddaan isin cuupha. Inni guddisee na caala; ani kophee isaatuu harkaan qabu'uuf nama male miti. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Kunoo, ani gara Waaqaa titti akka deebitaniif bishaaniin isin ni cuupha, ka ana duubaan dhufu garuu Hafuura Qulqullu'uu fi ibiddaan isin ni cuupha, inni ana haalaan ni caala, ani kophee miila isaatuu baadhachu'uuf ka malee miti. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Ani akka isin cubbuu irraa deebitan mudhisu'uuf bisaaniin isin cuupha; ka na maayessa dhufa'aaru ammo Ayyaana Woyyu'uu fi ibiddaan isin cuupha. Inni guddisee na caala; ani kophee isaatuu baadhachuun naa hin malu. Gade chapit la |
Yohaannis biyya naannoo Yoordaanosii keessa deemee, «Cubbuu keessan irraa deebi'aatii cuuphamaa'a; Rabbillee cubbuu keessan isinii araarama» jedhee lallabe. Kitaaba Raatticha Isaayyaasii keessatti, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a; karaallee qajeelchaa'a! jedha'aa laagaan nama biyya gammoojjii keessatti iyyuu, Qileen maruu haa guuttamuu, gaarrinii fi gooddi maruu gadi haa jedhuu, karaan daddabaanillee qajeelaa haa ta'uu, namni foon uffate maruu fayyisuu Rabbii haa arguu;› » jedhamee akkuma barreeffame cuuphaa dhiifamsa cubbu'uu lallaba'aa gara biyya naannaya Sooriya'aa maraa dhaqe.