Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 3:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Amma dhagaraan mukkiin hiddatti muru'uuf qophaayeera; munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee, ibiddatti gatama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Amma garuu qottoon mukkiin jala kaayamee jira. Kanaaf mukinni firii mishaa hin daraare marrinuu, muramee gara ibiddaa titti ni gatama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Kunoo amma dhagaraan mukkiin hiddatti muru'uuf qophaayeera; munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 3:10
26 Referans Kwoze  

Ka ana keessa hin jiraanne yoo jiraate, akka dame'e muramee gara diidaa gatama, hin goga; dameewwan akkasii wolitti qabamee ibiddatti gatamee gubama.


Amma dhagaraan muka jala jira. Kanaafuu munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama» jedhe.


Munni daraaraa mishaa hin daraarre martinuu muramee ibiddatti gatama.


Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha.


Qore'eef qummuudduu ammoo yoo margisiifte ta gatamte, ta abaaramtee fi dhumti isi'iillee gubata.


Karaa irratti muka hurbu'uu argee, gara isi'ii goree yoo laalu baala malee, womaa irratti hin argine. Achiin maayessa inni hurbuu saniin, «Horomaa deebi'ee sanyiin sirratti hin argamin» jedheen. Yoma san munni hurbu'uu sun goge.


Isaan eega muka jiidhaa irratti akkana godhan ta'e, muka gogaa ammoo attam godhinnu laata?


Ka dubbataaru san jalaa akka hin dinne uf eeggadhaa'a. Yoo worri lafatti itti himame didan jalaa hin baane ta'e, eegasuu ka sami'ii nutti dubbate irraa yoo fagaanne attamitti jalaa baana?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite