Wongeela Maatewos 3:1 - WAADAA LAMMATAA1-2 Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteerti cubbuu irraa deebi'aa!» jedhee lallaba'aa dhufe. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yeroo sanitti Yohaannisiin cuuphaan gammoojjii Yihuda'aa keessa lallaba'aa ni dhufe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1-2 Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteertii cubbuu irraa deebi'aa'a!» jedhee lallaba'aa dhufe. Gade chapit la |