Wongeela Maatewos 28:9 - WAADAA LAMMATAA9 Dimmaa Yesuusillee isaan argee, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaanillee isatti dhiyaatanii luka isaa qabatanii sagadaniif. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Yesus karaa irratti isaan argateeti, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaan'llee gara isaa dhiyaataniiti miila isaa qabatanii sagadaniif. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Dimmaa Yesuus isaan argee, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaanillee isatti dhiyaatanii luka isaa qabatanii sagadaniif. Gade chapit la |