Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 28:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Soda'aa fi gammachuu gudda'aan ariifatanii awwaala biraa deemanii, darasoota isaatitti himu'uuf fiigan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Kanaan duubatti dubarttoonni soda'aa fi gammachuu ol aana'aan bakka awwaalaatii dadafaan ni lixan, barattoota isaa titti'llee himu'uuf ni fiigan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Soda'aa fi gammachuu gudda'aan ariifatanii awwaala biraa deemanii, darasoota isaatitti himu'uuf fiigan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 28:8
9 Referans Kwoze  

Isaan naasu'uun bararraaqanii, achi keessaa bayanii awwaala biraa baqatan; sodaatanii waan turaniif eennuttillee womaa hin dubbanne. Isaan waan inni isaan ajaje maraa Pheexroosii fi worra isa woliin jiranitti gabaabsanii himan. Kanaan maayessa Yesuus Innumti Oduu Nagayaa ka fayyinna bara baraatiif ta'e Woyyuun hin jijjiiramne, baya biiftu'uutii haga dhiyaa isaan harka kaayee erge.


Ani dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha, isin hin boottan mararoo baafattan, biyyi lafaa ammoo hin gammada. Isin hin gadditan. Haata'uu ammoo gaddi keessan gara gammachu'uu jijjiirama.


Eeganaa isinillee akkasuma, amma hin gadditan. Haata'uu ammoo deebi'ee isin arga, garaan keessan hin gammada gammachuu keessanillee ka isin jalaa fudhatu hin jiru.


Daddafa'aa deema'aatii inni worra du'an keessaa ka'eera gara Galiila'aa isin firrisa, achitti hin argitan jedha'aatii darasoota isaatitti himaa'a. Kunoo ani isinitti himeera» jedhe.


Dimmaa Yesuusillee isaan argee, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaanillee isatti dhiyaatanii luka isaa qabatanii sagadaniif.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite