Wongeela Maatewos 28:7 - WAADAA LAMMATAA7 Daddafa'aa deema'aatii inni worra du'an keessaa ka'eera gara Galiila'aa isin firrisa, achitti hin argitan jedha'aatii darasoota isaatitti himaa'a. Kunoo ani isinitti himeera» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 «Eegaa dadafaan deemittanii barattoota isaatiin, ‹Yesus du'aa ka'ee jira! Kunoo, gara Galiila'aa isin durssee ni deema, achitti'llee ni argittaniin!› jedha'aatii, isaantti himaa, kunoo, isinitti himee jira.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Daddafa'aa deema'aatii inni worra du'an keessaa ka'eera gara Galiila'aa isin firrisa; achitti argitan jedha'aatii darasoota isaatitti himaa'a; kunoo ani isinitti himeera» jedhe. Gade chapit la |