Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 28:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Maleekkanillee dubartootaan akkana jedhe, «Hin sodaatinaa'a; isin Yesuusii fannifame akka soqa'aartan hin beeka.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Maleyikkichi garuu dubarttootaan akkana ni jedhe, «Isin hin sodaatinaa» Yesusii fannifame akka barbaaddan ni beeka,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Maleekkaanillee dubartootaan akkana jedhe, «Hin sodaatinaa'a; isin Yesuusii fannifame akka soqa'aartan hin beekaa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 28:5
17 Referans Kwoze  

Maleekkonni Rabbii maruu, ayyaana worra fayyinna dhaalan kana tajaajilu'uuf ergamanii mii?


Dubartoonni sunniinillee sodaatanii uduu ijaan lafa laala'aaran akkana isaaniin jedhan, «Maaf jiraataa worra du'e keessaa soxxan?


Maleekkaanillee akkana isi'iin jedhe, «Maariyaam, hin sodaatin! Rabbiin afo'otti badhaadha argatteertaa.


Inni ammoo, «Hin nayinaa'a; Yesuusii Naazireetii ka fannifame soqa'aartanii? Inni ka'eera arma hin jiru; kunoo huleen isa kaayan.


Hennaa san Yesuus, «Hin sodaatinaa'a; gara Galiila'aa akka dhaqan obboleeyyan tiyyatti dhaqa'aa himaa'a; isaan achitti na arganii» isaaniin jedhe.


Hennama san Yesuus ammoo, «Jabaadhaa'a! anaa, hin sodaatinaa'a!» jedhee dubbate.


Worri awwaala eegu Maleekkaa Goofta'aa waan sodaataniif raafamanii akka waan du'anii ta'an.


Rabbi ammoo hunna du'aa balleessee isa kaase; duuti isa qabuu waan hin dandeenneef.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite