Wongeela Maatewos 28:2 - WAADAA LAMMATAA2 Maleekkaan Goofta'aa waan sami'ii bu'eef lafti guddiftee sochoote. Innillee dhufee dhagaa awwaala irraa garagalchee irra taa'e. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Kunoo, dimmaa sochiin arddi'ii ol aanaan ni ta'e, maleeyikkaan Goofta'aa'llee sami'ii bu'ee, dhagaa awwaalli ittiin cufame gangalcheeti, irra ni taa'e. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Maleekkaan Goofta'aa waan sami'ii bu'eef lafti guddiftee sochoote; inni dhufee dhagaa awwaala irraa gara galchee irra taa'e. Gade chapit la |