Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 28:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Darasoonni kudha tokkoo gara gaara Yesuus isaanitti akeekee, ka Galiilaa keessa jiruu dhaqan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Barattoonni kudha tokkoon gara Yesus akka deemaniif isaanitti akeeke, gara gaara Galiila'atti argamuu ni deeman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Darasoonni kudha tokkoo gara gaara Yesuus isaanitti akeekee, ka Galiilaa keessa jiruu dhaqan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 28:16
10 Referans Kwoze  

Hennaa du'aa ka'een maayessa ammoo gara Galiila'aa isin firrisa isaaniin jedhe.


Hennaa san Yesuus, «Hin sodaatinaa'a; gara Galiila'aa akka dhaqan obboleeyyan tiyyatti dhaqa'aa himaa'a; isaan achitti na arganii» isaaniin jedhe.


Daddafa'aa deema'aatii inni worra du'an keessaa ka'eera gara Galiila'aa isin firrisa, achitti hin argitan jedha'aatii darasoota isaatitti himaa'a. Kunoo ani isinitti himeera» jedhe.


Achiin maayessa uduu isaan hurbaataa nyaachu'uuf ta'aniiran kudha tokkotuu mudhate; ka'ee sababa isaan garaa jabaatanii amanuu dhabaniif isaan tuffate.


Akkasuma Kiristoosiin du'aa kaaseera jennee, Rabbii waan ranneef, sobdoota ragaa Rabbii taanee argamneerra. Worri du'an du'aa yoo ka hin kaane ta'e, isa hin kaafneen.


Yesuusillee, «Ani kudha lamaan keessanii mii ka filadhe? isin keessaa tokko daabiloos» jedhee isaanii deebise.


Haata'uu ammoo hennaa du'aa ka'een maayessa, isin firrisee gara Galiila'aa dhaqa» isaaniin jedhe.


Haata'uu ammoo deema'aatii, darasoota isaatii fi Pheexroositti, ‹Inni isin firrisee Galiilaa dhaqa; akkuma isinitti hime achitti isa hin argitan› jedha'aatii himaa'a!» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite