Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 28:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Isaanillee birrii fudhatanii akkuma isaan jedhan godhan. Dubbiin kun haga guyyaa adhaa Yihuudota eddu'utti odeeffama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Kanaaf lolttoonni qarshii fudhatanii akkuma isaatti himame ni taasisan, wonitti kun'llee haga adhaa titti Yihudota biratti, babaldhatee ni dubbatama.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Isaanillee birrii fudhatanii akkuma isaan jedhan godhan. Dubbiin kun haga guyyaa adhaa Yihuudota eddu'utti hin odeeffama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 28:15
5 Referans Kwoze  

Sababa kanaaf lafti sun haga adhaa, «Lafa dhiigaa» jedhamte.


Birrii jaalachuun hidda badii maraa waan ta'eef, namni gariin uduu kana hawwan amantaa ufii irraa dogoggoranii karaa hedduun uf miidhaniiran.


«Yoo ani isa dabarsee isinii kenne, isin maal naa kennitan?» isaaniin jedhe; isaan birrii soddoma jedhaniin.


Isaan ammoo achii bayanii biyya san marattuu waan isaa odeessan.


Inni ammoo akkuma arge dubbata'aa, oduu biyya maraan gaye. Kanaaf Yesuus achiin maayessa hulee udumee namni hin jirre ture malee, gara qacha'aa seenuu hin dandeenne. Namoonni bakka adda addaatii gara isaa dhufa'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite