Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 28:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Bulchoonni gadootaa manguddoota woliin wolgayanii mari'atanii, birrii hedduu loltootaa kennanii,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Itti gaafatamoonni qeesotaa jaarsotii woliin woligayanii eega mari'ataniin duubatti lolttootaaf qarshii baayi'ee kennaniiti, akkana isaaniin jedhan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Bulchoonni gadootaa manguddoota woliin wol gayanii mari'atanii birrii hedduu loltootaa kennanii,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 28:12
12 Referans Kwoze  

Isaan gorsa isaa dhagayanii ergamootallee ufitti waamanii isaan tuman, maqaa Yesuusiitiinillee akka hin dubbanne seeranii gad isaan dhiisan.


Eeganaa bulchoonni gadootaa gumii Fariisotaa wolitti qabanii, «Namni kun Maalalee hedduu waan godha'aaruuf, maal haa goonuu?


Fariisoonni ammoo bayanii, attamitti akka isa balleessan mari'atan.


Dubartoonni uduu karaa irra jiran, worra awwaala eegan keessaa gariin gara qacha'aa dhufanii, waan ta'e maraa bulchoota gadootaatitti odeessan.


«Isin, ‹Darasoonni isaa uduu nu rafaa'arru halkan dhufanii reeffa isaa hatanii deeman› jedha'aa gumi'itti himaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite