Wongeela Maatewos 28:11 - WAADAA LAMMATAA11 Dubartoonni uduu karaa irra jiran, worra awwaala eegan keessaa gariin gara qacha'aa dhufanii, waan ta'e maraa bulchoota gadootaatitti odeessan. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Dubarttoonni'llee deema'aa uduu jiran lolttoota keessaa tokko tokkoon isaanii gara magaala'aa deemanii, waan ta'e maraa itti gaafatamoota qeesotaa titti ni himan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Dubartoonni uduu karaa irra jiran, worra awwaala eegan keessaa gariin gara qacha'aa dhufanii waan ta'e maraa bulchoota gadootaatitti odeessan. Gade chapit la |