Wongeela Maatewos 27:9 - WAADAA LAMMATAA9 Hennaa san wonti dubbii Ermiyaasiitiin isaan birrii soddoma akka gatii isaa taatuuf ijoolleen Israa'elii gariin salla'anii fuudhanii, Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Haala kanaan, «Ijoolleen Israa'eelii ka tilmaamanan isaaf gatii ka ta'u, qarshii soddomaa ni fudhatan, Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Akka kanaan raanni «Waan ijoolleen Israa'elii tilmaaman waan gatii isaa ta'u qarshii soddomaa fudhatan; hennaa san wonti raatticha Ermiyaasiitiin, Gade chapit la |