Wongeela Maatewos 27:7 - WAADAA LAMMATAA7 Isaan mari'atanii namicha faara dhayu irraa lafa awwaala keessummootaa bitaniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Kanaaf eega mari'ataniin duubatti keessummootaaf bakka awwaala akka ta'uuf, lafa nama Faara hojjatuu ittiin ni bitan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Isaan mari'atanii namicha faara dhayu irraa lafa awwaala keessummootaa bitaniin. Gade chapit la |