Wongeela Maatewos 27:61 - WAADAA LAMMATAA61 Maariyaamiin biyya Magidala'aatii fi Maariyaamiin lammaffaan achi kolba awwaalaa afoo taa'anii turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa61 Magdalaawwittii Maariyaamii fi Maariyaamiin bira'aa, achuma awwaalaa afoo, ta'anii jiran turan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu61 Maariyaamiin biyya Magidala'aatii fi Maariyaamiin lammeessoon achi kolba awwaalaa afoo taa'anii turan. Gade chapit la |