Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Bulchoonni gadootaa birrii san fuudhanii, «Birriin kun gatii dhiigaa waan ta'eef, kennaa Mana Woyyu'uutitti makuun seeraa miti» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Itti gaafatamoonni qeesotaa'llee qarshii soddomaa fuudhanii, «Qarshiin kun qarshii gatii dhiigaa waan ta'eef, kennaa Mana Waaqeffanna'aatiin wolitti makuun nuuf hin eeyyamamu» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Bulchoonni gadootaa birrii san fuudhanii, «Birriin kun gatii dhiigaa waan ta'eef kennaa Mana Woyyu'uutitti makuun seeraa miti» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:6
8 Referans Kwoze  

Yesuusiin qe'ee Qayyaffa'aatii gara moonaa bulchaa fidaniin, hennaan sunillee ganama ture. Isaannillee hoolaa ayyaana Faasika'aa waan nyaachuuf ta'aniif akka hin xuroofneef jedhanii gara Kaloo bulchaa hin seenne.


Isin bulchoota balloota! Isin waan dhuddan keessaa bookee hin dhimbiibdan, gaala ammo hin liqimsitan.


Yihuudaan birrii mana woyyuu keessatti gatee, deemee uf hudhee du'e.


Isaan mari'atanii namicha faara dhayu irraa lafa awwaala keessummootaa bitaniin.


Isin ammoo namni tokko haadhaa fi abbaa ufiitiin, ‹Wonti isinii kennuu na barbaachisu, Rabbiif kennameera› yoo jedhe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite