Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:57 - WAADAA LAMMATAA

57 Hennaa galgalaaye, Namichi dureessi Yooseef jedhamu tokko qachaa Armaatiya'aatii achi dhufe; innillee akkasuma darasaa Yesuusii ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

57 Yeroo dhiitetti'llee Yooseef ka jedhamu, namichi dureessi magaalaa Armaatiyaas tokko garasi ni dhufe, inni'llee barataa Yesusii ni ture,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

57 Hennaa galgalaaye namichi dureessi Yooseef jedhamu tokko qachaa Armaatiya'aatii achi dhufe; innillee akkasuma darasaa Yesuusii ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:57
9 Referans Kwoze  

Innillee gara Philaaxoosii dhaqee reeffa Yesuusii kadhate. Philaaxoosillee akka kennaniif ajaje.


Waan isaatiif waan barreeffame maraa haga raawwatan, fannoo irraa buusanii awwaalan.


Darasoonnillee dhagayanii dhufanii reeffa isaa fuudhanii awwaalan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite