Wongeela Maatewos 27:53 - WAADAA LAMMATAA53 Du'aa ka'insaan maayessa awwaallan keessaa bayanii, heddu isaanii gara qachaa woyyiti'ii galanii, namoota heddutti mudhatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa53 Awwaala keessaa'llee bayaniiti eega Yesus du'aa ka'een duubatti, gara magaalaa Qulqullitti'ii gara Yerusaalemii ni aseenan, achitti'llee namoota baayi'e'etti ni muldhatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu53 Du'aa ka'insaan maayessa awwaallan keessaa bayanii heddu isaanii gara qachaa woyyitti'ii galanii namoota heddutti mudhatan. Gade chapit la |