Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:51 - WAADAA LAMMATAA

51 Golgi mana woyyuu olii haga gadii bakka lammatti biinxame Lafti hin sochoote, Dhagaanillee hin babbaqaqe;

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

51 Yeroo sanitti golganni Mana Waaqeffanna'aa olii haga gadii titti tarssa'ee bakka lamatti ni qoodame, arddiin'llee ni raafamitte, siiddaawwan dhaga'aa'llee ni dhodhooyan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

51 Golgi mana woyyu'uu olii haga gadii bakka lamatti biinxame Lafti hin sochoote; dhagaan hin babbaqaqe;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:51
26 Referans Kwoze  

Golgi mana woyyu'uu gubbaa irraa haga gadii bakka lamatti tarsa'e


Nullee abdatama'aa fi jabaa lubbuu teenna qabatee dhaabatu ka akka sibiila gaaditu'u markaba qabee dhaabu qabna. Abdiin kunillee golga duubaan lufee hulee woyyicha galma Rabbii ka sami'ii seene.


Aduunillee hin dukkanoofte. Golgaan mana woyyuu gubba'aa haga gadii tarsa'e.


Manni woyyuu Rabbii ka samii jiru baname; «Saanduundhi waada'aallee» mana woyyu'uu keessatti mudhate, laagaa, bakakkaa, gigissaa, sochii lafaatii fi baradaan guddaan uumame.


Ajajaa loltoota dhibbaatii fi worri isa woliin Yesuusiin eega'aa turan, raafamaaf sochii ta'e arganiiti, «Kun dhugamaan Ilma Rabbiiti» jedhanii guddisanii sodaatan.


Maleekkaan Goofta'aa waan sami'ii bu'eef lafti guddiftee sochoote. Innillee dhufee dhagaa awwaala irraa garagalchee irra taa'e.


Sa'aatii san lafti guddiftee sochoote. Qachattiin kudhan keessaa harki tokko hin kufte. Sochii saniin namoonni kuma torbaa dhuman. Worri hafellee sodaatee Waaqa sami'itii ulfinna kennan.


Golga lammaffa'aa duubaan dukkaanaa, «Woyyittii woyyootaa» jedhamtutu jira.


Ajajaan loltuu dhibbaa waan ta'e san hennaa arge, «Namni kun dhugamaan qajeela'a» jedhee Rabbiin kabajje.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite