Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Yihuudaan birrii mana woyyuu keessatti gatee, deemee uf hudhee du'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Inni'llee qarshii soddomaa fidee Mana Waaqeffanna'aa keessatti bittinneessee, isaan dhiisee ni baye, deemee'llee hudhamee ni du'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yihuudaan birrii mana woyyuu keessatti gatee deemee uf hudhee du'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:5
12 Referans Kwoze  

Baniinillee Zakkaariyaasiin eega'aa ture. Mana woyyuu keessa ol seenee waan tureef maalalan.


Akka seera gadootaatitti gara mana woyyuu Goofta'aa seenee akka hixaana aarsu hireen isa gaye.


«Namichi kun, ‹Ani mana woyyuu Rabbii kana diigee guyyaa sadihitti ijaaruu danda'a› jedheera» jedhan.


Bulchoonni gadootaa birrii san fuudhanii, «Birriin kun gatii dhiigaa waan ta'eef, kennaa Mana Woyyu'uutitti makuun seeraa miti» jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite