Wongeela Maatewos 27:49 - WAADAA LAMMATAA49 Kuuwwan ammoo dhiisanii, «Dhiisi mee! Eeliyaas dhufee akka isa fayyisu arginaa!» jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa49 Kuunniin garuu,, «Turi mee! Eliyaas dhufee ka isa fayyisuu yoo taate, haa laalluu!» jedhan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu49 Kuuwwan ammo dhiisanii, «Dhiisi mee! Eeliyaas dhufee akka isa fayyisu arginaa!» jedhan. Gade chapit la |