Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:48 - WAADAA LAMMATAA

48 Yomasan isaan keessaa tokko fiigee dhufee, carqii qaccee ule'eetitti hidhee dhangaggooftuu keessatti cuuphee, akka afaan isaatitti coccophu godhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

48 Yeroo sanitti isaan keessaa tokko fiigee fuuttaa fuudhee waan dhangaggaayaa keessatti cuuphee, ulee ooyya'aa titti rarraasee Yesus akka dhuguuf ni dhiyeesseef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

48 Yoma san isaan keessaa tokko fiigee dhufee carqii qaccee ule'eetitti hidhee dhangaggooftuu keessatti cuuphee, akka afaan isaatitti coccophu godhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:48
7 Referans Kwoze  

Loltoonni ammoo gara isaa dhiyaatanii waan dhangagga'aa kennaniif.


Daadhii woyini'ii ka hadhooftu'uun makame haa dhugu'uuf kennaniif. Afaaniin qabee dhuguu jibbe.


Namoonni achi dhaabatan dhagayanii, «Namichi kun Eliyaasiin waamata'aara» jedhan.


Kuuwwan ammoo dhiisanii, «Dhiisi mee! Eeliyaas dhufee akka isa fayyisu arginaa!» jedhan.


Isaan keessaa tokko fiigee dhufee, carqii qaccee ule'eetitti hidhee, daadhii woyini'ii dhangaggooftuu keessatti cuuphee, akka afaanitti cophu dhiyeesseef, «Eegi mee! Eeliyaas dhufee fannoo irraa akka isa buusu laallaa!» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite