Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Akkasuma shiftoonni isa woliin fannifamanillee isa arrabsan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Akkuma kana shifttoonni isa woliin fannifaman'llee, ni arabissaniin ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Akkasuma shiftoonni isa woliin fannifamanillee isa arrabsan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:44
7 Referans Kwoze  

Inni Kiristoosii mootii Israa'elii yoo ta'e, Fannoo irraa uf haa buusuu. Achiin maayii nullee arginee isatti amannaa!» jedha'aa, jarri lamaan Yesuusiin woliin fannifamanillee isa arrabsan.


Hennaa san shiftoonni lamaa tokko mirgaan, tokko bita'aan isa woliin fannifaman.


Kiristoos waan uf hin gammachifneef. «Tuffiin si tuffatan narra gayeera» jedhamee akkuma barreeffame isa irratti ta'e.


Isin keessaa namni ogummaa hin qabne, uduu hin komatin Rabbii arjumma'aan maraafuu kennu haa kadhatuu. Isaa hin kennamaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite