Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:43 - WAADAA LAMMATAA

43 Rabbitti amanateera, ‹Ani Ilma Rabbiiti› waan ufiin jedheeruuf, yoo jaalateen mee amma Isa haa oolchuu» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Inni Waaqatti amanee jira, ‹ani Ilma Waaqaati› jedhee jira, kanaaf Waaqinni isa ka jaalatu eega taate, mee amma isa haa fayyisuun!»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Rabbitti amanateera, ‹Ani Ilma Rabbiiti› waan ufiin jedheeruuf, yoo jaalateen mee amma Isa haa oolchuu!» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:43
17 Referans Kwoze  

‹Ani Ilma Rabbii ti› waan jedheef, isin ka Aabba woyyoomsee gara adunya'aa erge, ‹Rabbiin arrabsita› jettaniinii?


Yihuudonnillee deebisanii, «Nu seera qabna; akka seera keennaatitti du'uu barbaachisa. Ilma Rabbii waan uf godheef» isaan jedhan.


«Ati ka mana woyyuu diiddee guyyaa sadihitti ijaartu, mee uf fayyisi. Ilma Rabbii yoo taate mee fannoo irraa gadi bu'i.» jedhaniin.


Ajajaa loltoota dhibbaatii fi worri isa woliin Yesuusiin eega'aa turan, raafamaaf sochii ta'e arganiiti, «Kun dhugamaan Ilma Rabbiiti» jedhanii guddisanii sodaatan.


Uffata isaallee qoodamu'uuf hixaa itti buufatan. Gumiinillee dhaabatee laala'aa ture. Ajajjoonnillee akkasuma, «Kaawwan fayyiseera; Inni Kiristoosii Rabbiin filatame yoo ta'e uf haa fayyisuu!» jedhaa itti balda'aa turan.


«Ati mootii Yihuudii yoo taate uf oolchi!» jedha'aa itti balda'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite