Wongeela Maatewos 27:42 - WAADAA LAMMATAA42 «Inni kaawwan fayyiseera; uf fayyisuu hin danda'u. Inni mootii Israa'elii yoo ta'e, mee amma fannoo irraa gadi haa bu'uu; nullee itti amannaa. Gade chapit laWaadaa Haarawa42 «Namoota kaanniin fayyisee jira, mataa isaa garuu fayyisu'uuf hin dandda'u! Inni nugusa Israa'eelii yoo ta'e, mee amma fannoo irraa haa bu'uu, nu'llee isatti haa amannuu! Gade chapit laKitaaba Woyyuu42 «Inni kaawwan fayyiseera! uf fayyisuu hin danda'u! Inni mootii Israa'elii yoo ta'e, mee amma fannoo irraa gad haa bu'uu; nullee itti amannaa. Gade chapit la |