Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Akkasuma bulchoonni gadootaa, barsiisonni Seeraatii fi manguddoota woliin itti balda'aa akkana jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Bifuma kanaan itti gaafatamoonni qeesotaa, barsiisota seeraatii fi jaarsotiin woliin akkana jedha'aa, itti ni balddan ture,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Akkasuma bulchoonni gadootaa, barsiisonni Seeraatii fi manguddoota woliin itti balda'aa akkana jedhan,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:41
12 Referans Kwoze  

Uffata isaallee qoodamu'uuf hixaa itti buufatan. Gumiinillee dhaabatee laala'aa ture. Ajajjoonnillee akkasuma, «Kaawwan fayyiseera; Inni Kiristoosii Rabbiin filatame yoo ta'e uf haa fayyisuu!» jedhaa itti balda'aa turan.


Yesuusillee worra gara isaa dhufan bulchoota gadoota, ajajoota mana woyyu'uutii fi manguddootaan, «Akka waan ani shiftaa ta'ee guraade'eef bokkuu qabattanii baatanii?


Ilma namaa worra Yihuudota hin taaneef dabarsanii hin kennaniin, isaanillee itti baldan asii fi achi daddarba'aa itti tufan.


«Ati ka mana woyyuu diiddee guyyaa sadihitti ijaartu, mee uf fayyisi. Ilma Rabbii yoo taate mee fannoo irraa gadi bu'i.» jedhaniin.


«Inni kaawwan fayyiseera; uf fayyisuu hin danda'u. Inni mootii Israa'elii yoo ta'e, mee amma fannoo irraa gadi haa bu'uu; nullee itti amannaa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite