Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:40 - WAADAA LAMMATAA

40 «Ati ka mana woyyuu diiddee guyyaa sadihitti ijaartu, mee uf fayyisi. Ilma Rabbii yoo taate mee fannoo irraa gadi bu'i.» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 «Ati Mana Waaqeffanna'aa ka diigidduu fi guyyaa sadihitti ka ijaarttuun! Mee mataa keetuu fayyisi! Ilma Waaqaa eega taate mee fannoo irraa bu'i!» jechu'uun, itti ni balddan ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 «Ati ka mana woyyuu diiddee guyyaa sadihitti ijaartu; mee uf fayyisi. Yoo Ilma Rabbii taate mee fannoo irraa gad bu'i.» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:40
13 Referans Kwoze  

«Namichi kun, ‹Ani mana woyyuu Rabbii kana diigee guyyaa sadihitti ijaaruu danda'a› jedheera» jedhan.


Barreeffamin Woyyuun, lutti Kee dhaga'aan akka hin gufanne, akka isaan harka ufiitiin si qaban, maleekkota ufii sii erga «Ati Ilma Rabbii yoo taate as irraa gad uf dhiisi» jedheen.


Achiin maayessa ataabtichii gara isaa dhufee, «Ati Ilma Rabbii yoo taate, dhagaa kana xoroshoo akka ta'u ajaji» jedhe.


Raattonni lamaan kunniin worra lafa irra jiraatan waan rakkisaniif isaanitti gammadan gammachu'uun jiraatan, kennaa wolii kennan.


Abrahaam ammoo, ‹Isaan Muuse'ee fi raattota yoo hin dhageenne, yoo namni tokko worra du'an keessaa ka'ellee hin amanan› » jedhe.


Ajajaa loltoota dhibbaatii fi worri isa woliin Yesuusiin eega'aa turan, raafamaaf sochii ta'e arganiiti, «Kun dhugamaan Ilma Rabbiiti» jedhanii guddisanii sodaatan.


«Inni kaawwan fayyiseera; uf fayyisuu hin danda'u. Inni mootii Israa'elii yoo ta'e, mee amma fannoo irraa gadi haa bu'uu; nullee itti amannaa.


Dhaloonni hamaanii fi seebaraan malkata barbaada; malkata raatticha Yoonaasii malee, malkanni biraa hin kennamuuf» isaaniin jedhe. Achiin maayessa Yesuus isaan dhiisee deeme.


Akkasuma bulchoonni gadootaa, barsiisonni Seeraatii fi manguddoota woliin itti balda'aa akkana jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite