Wongeela Maatewos 27:4 - WAADAA LAMMATAA4 «Ani dhiiga nama Woyyu'uu dabarsee waan kenneef yakkeera» isaaniin jedhe. Isaan ammoo, «Maaltu nu dhibe ree? Hajaa keeti!» jedhaniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 «Nama qulqulluu du'aaf dabarssee kennuu kiyyaan, balleessee jira» jedhe. Isaan garuu, «Eegaa nu maalttu dhibe! Dhimma mataa keetii!» jedhaniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 «Ani waan dhiiga nama Woyyu'uu dabarsee kenneef yakkeera» isaaniin jedhe. Isaan ammo, «Maaltu nu dhibe ree? Hajaa keeti!» jedhaniin. Gade chapit la |