Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 27:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Daadhii woyini'ii ka hadhooftu'uun makame haa dhugu'uuf kennaniif. Afaaniin qabee dhuguu jibbe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Achiin'llee dhaadhii woyinni'ii ka hadhoofittu'uun wolitti makame akka dhugu Yesusiif ni dhiyeessan, inni garuu afaaniin qabee dhugu'uuf hin barbaanne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Daadhii woyini'ii ka hadhooftu'uun makame haa dhugu'uuf kennaniif. Afaaniin qabee dhuguu jibbe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 27:34
6 Referans Kwoze  

Jarrillee inni daadhii woyini'ii ka qumbi'iin wolitti makame akka dhuguuf kennaniif. Inni ammoo dhuguu dide.


Yomasan isaan keessaa tokko fiigee dhufee, carqii qaccee ule'eetitti hidhee dhangaggooftuu keessatti cuuphee, akka afaan isaatitti coccophu godhe.


Worra hennaa tokko ifti ifeefii kennaa sami'iillee worri mi'eeffatan Ayyaana Woyyuu irraa worri qoodaman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite